Company

Program

Terms & Policies

© 2025 TikTok

#dargaggootni

13 posts

Dargaggoonni malaammaltummaa fi hojimaata seeraan alaa irratti qabsaa’uun ijaarsa biyyaa keessatti gahee isaanii akka bahatan waamichi dhiyaate.

Addis Ababaa: Sadaasa 24/2017 (AMECO)-Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Hojiiwwan seeraan raawwachuu qaban naamusaa, qorannoo sirna hojii dhaabbilee, fi qabeenya mirkaneessuu ni hojjata.

Komishinarri Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Amaaraa Obbo Habtaamuu Mogas akka jedhanitti; Rakkoo nageenyaa waggoota darban keessa naannichatti mudateen hojiin malaammaltummaa dhaabbilee keessatti mul’atu hiikuuf eegalamuu isaa ibsaniiru.

Hojiiwwan haaromsaa dhaabbilee mootummaa naannichaa keessatti eegalaman hojiirra oolchuuf xiyyeeffannoon kennamaa akka jiru komishinarichi ibsaniiru.

Guyyaan farra malaammaltummaa hojiiwwan hojjetamuu qaban keessaa isa tokko yoo ta'u, yaada "Qabsoon farra malaammaltummaa dargaggoota giddu galeessa godhate naamusa boruu ijaara" jedhuun guyyaan farra malaammaltummaa addunyaatti yeroo 21ffaaf akkasumas akka Itoophiyaatti yeroo 20ffaaf hanga dhuma ji’a Sadaasa dhumaatti ni adeemsifama.

"kenniinsa tajaajila naamusaa, ittisa malaammaltummaa fi hojimaata badaa hoggantoota dhaabbilee mootummaa" jedhuun Sanada dhiyaatee ni mari’atama jedhameera.

Muudamtoonni mootummaa, filatamtootni fi hojjattoonni mootummaa galmee qabeenya irratti akka hojjetanis ibsaniiru. Sagantichaan Dorgommiiwwan ispoortii, duula qulqullinaa fi hojiiwwan biroos kan raawwatamu ta’uu ibsaniiru.

Malaammaltummaan yakka idil-addunyaa ta’uu kan ibsan komishinarichi, hawaasni miidhaa dhimma siyaasaa, hawaasummaa fi diinagdee irratti geessisaa jiru beekuu akka qabuu fi qabsoo farra malaammaltummaa keessatti gargaaruuf xiyyeeffannoon kennamuu akka qabu ibsaniiru.

Dhaabbileen amantaa, dimokiraasii, haqaa fi dhaabbileen namoomaa ijaarsa naamusaa fi farra malaammaltummaa irratti ga’ee isaanii akka ba’anis gaafataniiru. Keessattuu dargaggoonni malaammaltummaa fi gocha badaa irratti qabsaa’uun ga’ee ijaarsa biyyaa bahachuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru.
#Marii_Dargaggootaa_Annisaa_Dargaggootaa_Ijaarsa_Biyyaaf_Gaggeeffamee
#Abbaa_Gadaa_Aanaa_Buttaa
#Amajjii_18_2017
Bulchiinsaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa Aanaa Buttaatti Marii Dargaggootaa Mataa Duree "Annisaa Dargaggootaa Ijaarsa Biyyaaf" Jedhuun Gaggeeffameera.
Ustiidiyoo #Dargaggootaa_islaamaa Kan #Ustaaz_Riyaad_Abdallaa tiin Durfamu
galgala Arraa Sa'aa 3:00 akka Ethiopia tti Nurraa hin hafinaa!
#leenjii dargaggootaa#