#dargaggootaa
1 post
#oromotiktok #marsiltvwoldwide #faarfannaaafaanoromoo #pente #ethiopiaprotestant #faarfannaaafaanoromoo #protestant #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #protestant #creatorsearchinsights #foryou #tiktok #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹ሀገሬ #afaanoromoo #faarsaaafaanoromoo #afaanoromo #oromochristantiktok❤️🤍🖤 @Saamii Wallagaa @Sami Kingo @marsil tv worldwide tiktok @Solomon Alemu @ARARA TV @EYU CHUFA OFFICIAL -ኢዩ ጩፋ @Dawit Girma
#oromotiktok #afaanoromo #oromochristantiktok❤️🤍🖤 #farfannaafaanoromo #faarsaaafaanoromoo #afaanoromoo #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹ሀገሬ #tiktok #creatorsearchinsights #foryou #creatorsearchinsights #protestant #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #ethiopiaprotestant #pente #faarfannaaafaanoromoo #marsiltvwoldwide #oromotiktok @Sami Kingo @marsil tv worldwide tiktok @EYU CHUFA OFFICIAL -ኢዩ ጩፋ @Solomon Alemu @ARARA TV @Dawit Girma
BAGA AYYAANA DARGAGGOOTAA WKWWMYI ISIN GAHE! “Guddina Hunda-Galeessa Milkaa'ina Hunda-galeessaaf” 2016/2024 Luqqisii Duree: "Yesuus...Waaqayyoo fi namoota duratti ayyaana argachaa, namummaadhaa fi ogummaatti in guddata ture." Luqaas 2:52 Kaayoo: Dargaggootni keenya bifa hundagaleessaan guddatanii akka milkaa’aniif; hojii babal’isuu Mootummaa Waaqayyoo keessatti gahee isaanii akka bahanuuf, dabalataan ofirra darbanii dhalootaaf eebba ta’uu akka danda’aniif, ayyaanaa fi kennaa addaa Waaqayyo biraa isaaniif kenname adda baafatanii, guddisanii akka itti fayyadamaniif ciminaan isaanirratti hojjachuu... Sagantaalee Guyyichatti Raawwataman:- Mata duree kenname irratti barumsa bal'aa kennuu, yeroo faarfannaa, diraamaa fi tapha gaggabaabaa, walaloo fi wal dorgommiilee garagaraa, yeroo kadhannaa, tajaajila dargaggootaa deeggaruudhaaf galii walitta qabuu, saatiin booda taphaa fi wal-dorgommii ispoortii garagaraa... fi kkf. Waaqayyo tajaajila keenya haa eebbisu! EECMY Youth Ministry Telegram:https://t.me/eecmyyouthministry #EECMY #MekaneYesus #Church #Ethiopia #Lutheran #Youth #ethiopian_tik_tok #oromotiktok